25/11/2024
Iyyaafannoo
Assalaamuwaaleykum warahmatullaahi wabarakaatu
Mucaan kun maqaan isaa ayyaanaa Caalaa Asladdin ja'ama Dhalata Aana Gola Oda Aradda Gooro Abbu Kan Tahe Baromsa Diinif Magaala Baroodaa Kan Ture guyyaa kamisaa bade namni gartan bilbila kanarratti nuuf dawwalaa 0945478913