Bohaartii Kuush

Call Directions Website

Bohaartii Kuush Odeeffannoo wayitaawaa ispoortii kanneen akka kubbaa miilaa,fiigicha fi kannnen kana fakkaatan yeroo

Lenovo tink pad T490🔘core i5🔘8th generation🔘touch screen🔘512GB ssd🔘8gb ram💰48,999 birr☎️0911509907Kush Electronics Shop
12/10/2026

Lenovo tink pad T490
🔘core i5
🔘8th generation
🔘touch screen
🔘512GB ssd
🔘8gb ram
💰48,999 birr

☎️0911509907

Kush Electronics Shop

“Gooliin kun obboleettii kootiif kan gumaachamedha“ ❤️‍🩹🥺“Gooliin koo inni jalqabaa kan Bernaabaa'oo  (Bernabéu) keessat...
12/10/2026

“Gooliin kun obboleettii kootiif kan gumaachamedha“ ❤️‍🩹🥺

“Gooliin koo inni jalqabaa kan Bernaabaa'oo (Bernabéu) keessatti galche kun siifi, obboleettii koo”.

“Isheen akka ani tasuma abdii hin kutanne na jajjabeessiti ture, guyyaa guyyaatti baay'ee walitti dubbanna”.
“miira koo kan dhiibee to'atu miti, garuu sun seenaa koo addunyaaf qooduuf yeroo gaarii ture. Akka ani abdii hin kutanne… jabaadhee hojjechuu qabuu fi abjuu koo gara dhugaatti jijjiiruuf na onneessiti turte”.
“Yoo ani waan hunda bira gahuu danda'e, isheen ni gammaddi”.☝🏿

Hub:Taphataan Kootidiivoor Yaan Diyaamondee waancaa addunyaa 2026 biyyasaaf osoo taphataa jiruu ture obboleettiisaa isa onnachiisaa turte umuriishee waggaa 15tti du'aan kan of biraa dhabe.Ergasiis taphataa gatii qaaliin waliigalatti Yuuroo miliyoona 140 tiin gara kilabii guddicha addunyaa Riyaal Maadiriiditti kan makame.

👉t.me/kushelectronicsshop

Jala bultiin Irreecha Hora Finfinnee 2019 E.C haalaan ho'ee jira.Baga ittiin isin ga'e.👉t.me/kushelectronicsshop
02/10/2026

Jala bultiin Irreecha Hora Finfinnee 2019 E.C haalaan ho'ee jira.

Baga ittiin isin ga'e.

👉t.me/kushelectronicsshop

Mammaaksicha hiikaamee.Mammaaksicha mammaaksaanis hiikaa❗️👉t.me/kushelectronicsshop
30/09/2026

Mammaaksicha hiikaamee.Mammaaksicha mammaaksaanis hiikaa❗️

👉t.me/kushelectronicsshop

✅DISCOUNTHP Elitebook 840 G5Intel Core i5 8th Generation512GB SSD by 8GB RAMKeyboard Light14 inchPrice: 49,999☎️09115099...
23/09/2026

✅DISCOUNT

HP Elitebook 840 G5
Intel Core i5 8th Generation
512GB SSD by 8GB RAM
Keyboard Light
14 inch
Price: 49,999

☎️0911509907

Kush Electronics Shop

iPhone 18 Pro Max 💾 Storage: 256GB Chip: A20 Pro🖥️ Display: 6.9” Super Retina XDR OLEDRefresh Rate: Up to 120Hz ProMotio...
18/09/2026

iPhone 18 Pro Max

💾 Storage: 256GB
Chip: A20 Pro
🖥️ Display: 6.9” Super Retina XDR OLED
Refresh Rate: Up to 120Hz ProMotion
Camera: 48MP Pro Fusion Camera System
Front Camera: 18MP Center Stage
Battery: Up to 30 Hours Typical Use
Network: 5G
Water & Dust Resistance: IP68
Security: Face ID
Features: Dynamic Island Apple Intelligence | iOS 27 USB-C
Color: Burgundy
Condition: Brand New
Best for
Photography & Content Creation
Video Recording & Editing
Gaming
Business & Daily Use
High Performance & Multitasking

Price: —
Contact: 0911509907 Address:Bole

Kush Electronics Shop

Deebiin sirrii kami❓Maaliif❓👉t.me/kushelectronicsshop
17/09/2026

Deebiin sirrii kami❓Maaliif❓

👉t.me/kushelectronicsshop

🖥 Hp elitebook 840 G8 💻🔖Only 10  pcs are available! 💎⚙️ Processor: Intel Core i5 🔲11th Generation😄 RAM: 16GB🙂Storage: 51...
15/09/2026

🖥 Hp elitebook 840 G8 💻

🔖Only 10 pcs are available! 💎

⚙️ Processor: Intel Core i5
🔲11th Generation
😄 RAM: 16GB
🙂Storage: 512GB SSD
🎮 Graphics: Intel HD Graphics
🖥 Screen: 14 inch
✨ Features: Premium & Slim Business Laptop

🔥 Best for 👇🔽
🗓 Office / Word / Excel / PowerPoint
🌐 Internet & Browsing
🎓 Online Class & Studying
💻 Programming / Coding
📊 Business & Accounting Work
⚡ Multitasking

💰Price ~ 66,999 birr

📞 0911509907

Kush Electronics Shop

Baga Geessan!!!Rakkinaaf dhiphina hunda dandeessanii. Du'aaf karaatti hafuu hunda Oofkaltanii, gubaa bona darbeef laaqii...
11/09/2026

Baga Geessan!!!
Rakkinaaf dhiphina hunda dandeessanii.
Du'aaf karaatti hafuu hunda Oofkaltanii,
gubaa bona darbeef laaqii ganna kanaa keessa dabartanii.
baga booqaa birraa ijaan agartani.

Ayyaaniichi kan nagaa, Gammachuu, Badhaadhinaa fi quufaa, Eebbaa, isiniif maatii keessan hundumaaf haa ta'u.

Ayyaana Gaarii❗️❗️❗️

👉t.me/kushelectronicsshop

Artistii fi Qabsooftuu,gootittiin Ilfinash Qannoo akkuma yoon du'eef Ambootti na awwaala jette uummata Amboo isa akka Ga...
08/09/2026

Artistii fi Qabsooftuu,gootittiin Ilfinash Qannoo akkuma yoon du'eef Ambootti na awwaala jette uummata Amboo isa akka Galaanaa ba'ee bareecheen Ambootti awwaalamtee jirti.Waaqayyo immoo lubbuushee jannata haa boqochiisu.Maatii fi uummatashee bal'aaf jajjabina hawwina.

👉t.me/kushelectronicsshop

Address

BOLE
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bohaartii Kuush posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share