Mohi Automotive Technology

Mohi Automotive Technology Kaayyoon page kana waa'ee 'Automotive Technology' Afaan Oromootiin hubannoo kennudha. Akkasumas darg

  is Good All the Time🥰🥰✌️
09/10/2024

is Good All the Time🥰🥰✌️

Coffee 🤎 time🥰✌️
07/10/2024

Coffee 🤎 time🥰✌️

25/08/2024
01/05/2022
 ..... ''  (SI) fi "  (CI) ..... hubannoo irraa argadha.http://www.differencebetween.net/object/auto-object/difference-b...
18/01/2022

.....
'' (SI) fi " (CI) ..... hubannoo irraa argadha.

http://www.differencebetween.net/object/auto-object/difference-between-si-and-ci-engine/ #:~:text=Si%20engine%20is%20internal%20combustion,and%20operates%20on%20diesel%20cycle.

Difference Between Si and Ci Engine Engine is a machine that converts some form of energy into mechanical work. Internal combustion engines can be divided according to several characteristics. Depending on the creating of mixture and the ignition (the thermodynamic process), engines are divided into...

Kabajaamtoota hordoftoota koo yeroo darbee waa'ee akeekkachiftuu ifaa "Warning light" kan konkoolataa keenya vedio gabaa...
06/07/2021

Kabajaamtoota hordoftoota koo yeroo darbee waa'ee akeekkachiftuu ifaa "Warning light" kan konkoolataa keenya vedio gabaabaa isiinif dhiheessen turee. Barumsaa akka irraa argattan abdiin qaba.

Vedio keenya 2ffa kanan immoo mootora '' Engine"" konkoolataa keenya akkamitti akka inni dalagaa isaa dalaguu waliin haa ilaallu. Gaaffi, yaada qabdaan nuuf qoodu hin dagatiina.

An inside look at the basic systems that make up a standard car engine.Need 3D illustration and animation? Have suggestions for what to explain next? Animagr...

  Konkolaataa keenya yeroo konkolaachifnu akeekkachiftuun ifaa kun 'Dashboard' keenya irraatti yoo ifee akeekkachiftuwwa...
16/11/2020




Konkolaataa keenya yeroo konkolaachifnu akeekkachiftuun ifaa kun 'Dashboard' keenya irraatti yoo ifee akeekkachiftuwwaan kana ogeessaa konkoolataa (
'Mechanic' ilaalchisuun akeekkachiftuu ifee jiruu dhaabamsisuu danda'utuu nurraa jiraata.
Sabaabni isaa akeekkachiftuwwaan kun balaan tokkoo ykn midhaan akka konkolaataa keenyarra akka hin geenyef yeroon waan nuu akeekkachisanifidha. Nageenyummaa konkoolataa keenyaa nuuf eeguu jechuudha.

Yaada qabdan jalatti barreessu hin dagaatina. Page kanas fi gochuun odeeffannoo waayitawaa argaadha.
Yeroo dhihoottis vedio barbaachisoo ta'an isiniif qooduu nan yaala.

Address

Addis Ababa

Telephone

+251932209610

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohi Automotive Technology posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mohi Automotive Technology:

Share