01/11/2023
Waldaan Kiristaanaa Araara Waaqayyoo Addunyaa Qarshii Miliyoona 4.3 olitti tilmaamamu daakuu nyaataa arjoomte.
Waldaan Kiristaanaa Araara Waaqayyoo Addunyaa ummata aanaalee Beegii fi Qondaalaa weerara dhibee busaa fi beelaan rakkachaa jiruuf daakuu nyaataa Maallaqa Itiyoophiyaa qarshii Miliyoona 4.3 olitti tilmaamamu arjoomteetti. Deeggarsi kunis, garagarummaa ilaalcha siyaasaa, sabaa fi amantiitiin tokko malee abbootii fi haadhotii warraa 3200'f tokko tokkoon isaanii daakuun 25kg qaqqabeera.
Waaqayyo Gidiraa kana Ummata keenyarraa haa dhaabu!
አራራ ዋቀዮ አዲኛ ቤተክርስቲያን የምግብ ዱቄት ለገሰች።
አራራ ዋቀዮ አዲኛ ቤተክርስቲያን በበጊ እና በቆንዳላ ወረዳ በወባና በረሃብ የተቸገሩ ላሉት ህብረተሰብ ከ 4.3 ሚሊዮን ብር በላይ በሚገመት ተገዝቶ የተዘጋጀውን የምግብ ዱቄት ድጋፍ አደረገች። ይህ ድጋፍም ያለምንም ፖለቲካዊ ፣ ብሔር እና ሃይማኖት ልዩነት ለ3200 አባወራዎች እና እማወራዎች፣ ለእያንዳንዳቸው 25 ኪሎ ግራም ዱቄት ተከፋፍሏል።
እግዚአብሔር ይህንን ስቆቃ ከህዝባችን ያቀብቃልን!
Global Mercy of God's Church donated food flour.
The Global Mercy of God church has donated food flour worth over 4.3 million ETB to the people of Begi and Kondaalaa Woredas who are suffering from malaria pandemic and famine. This support has been distributed to 3200 House holders without any political, ethnic or religious differences..
May God stop this suffering from our people!