Etell Trading

Etell Trading Etell GPS Tracking provides a cloud-
based vehicle tracking solution that
can track, monitor,

dadammaqins hawwaasni balaa tiraafikiin qaqabsiisu irratti qabu hubachiisuuf hin rafiinaa. ariitiin konkolaachisuun gaag...
23/01/2022

dadammaqins hawwaasni balaa tiraafikiin qaqabsiisu irratti qabu hubachiisuuf hin rafiinaa. ariitiin konkolaachisuun gaaga'ama lubuu fi qisaasama qabeenyaaf nama saaxila. hey don drive at over speed any where any time πŸš˜πŸš˜πŸš™πŸš™πŸš˜πŸš‰β›΄

page kanarraan leenjii konkolaachisummaa
kennuuf qophii xumurree jirra.
barnootichi afaan sadaniin kan kennamu yoo ta'u
Oromoo
Amaaraa
Inigilizii
eeyyaama konkolaachisummaaf kitaabilee wabii biyya keessaa fi biyya alaa akkasumas UPDATE sadarkaa biyyoolessaa fi addunyaatti seera traafikii waliin walqabatee jiran wabeeffannee hubannoo waa'ee seera traafikii fi elektiroomakaanikaalota konokolaataa keessa jira bifa salphaa fi hubatamuu danda'uun suuraawwan, viidiyootaa fi barreeffamootaan walduraa duuba eegnee isiniif dhiyeessuuf haaldureewwan xumuraa jirra kanaaf warri fedha konkolaachisummaa qabdan Page keenya akkasumas hiriyyaa jaalattaniif godhaa nu horodofaa

meeshaalee bu'uuraa kanneen mekaanikiin maashinootaa tokko qabaachuu qabu fi kanneen bu'uuraan beekuu qabu tokko tokkoon...
19/01/2022

meeshaalee bu'uuraa kanneen mekaanikiin maashinootaa tokko qabaachuu qabu fi kanneen bu'uuraan beekuu qabu tokko tokkoon kan ilaallu ta'a.

06/02/2021

you well thrust our product and you will like it

06/02/2021

Best GPS ASSET TRACKER BY ETELL TRADING

06/02/2021

you well thrust our product and you will like it

page kanarraan leenjii konkolaachisummaa kennuuf qophii xumurree jirra.   barnootichi afaan sadaniin kan  kennamu yoo ta...
05/02/2021

page kanarraan leenjii konkolaachisummaa
kennuuf qophii xumurree jirra.
barnootichi afaan sadaniin kan kennamu yoo ta'u
Oromoo
Amaaraa
Inigilizii
eeyyaama konkolaachisummaaf kitaabilee wabii biyya keessaa fi biyya alaa akkasumas UPDATE sadarkaa biyyoolessaa fi addunyaatti seera traafikii waliin walqabatee jiran wabeeffannee hubannoo waa'ee seera traafikii fi elektiroomakaanikaalota konokolaataa keessa jira bifa salphaa fi hubatamuu danda'uun suuraawwan, viidiyootaa fi barreeffamootaan walduraa duuba eegnee isiniif dhiyeessuuf haaldureewwan xumuraa jirra kanaaf warri fedha konkolaachisummaa qabdan Page keenya akkasumas hiriyyaa jaalattaniif godhaa nu horodofaa

http://www.etellcorporate.et/We Care about Your SafetyWelcome to Etell Tracking Services EthiopiaFor the best Asset and ...
03/02/2021

http://www.etellcorporate.et/

We Care about Your Safety

Welcome to Etell Tracking Services Ethiopia
For the best Asset and Car Tracking in Ethiopia

πŸš˜πŸš–πŸšŸπŸš”πŸšπŸ¦ΌπŸšœπŸššπŸšπŸš’πŸš—πŸš™πŸš•πŸšŒπŸšŽπŸšŒπŸšŽπŸšŽπŸšŽπŸšŽπŸšŽπŸšŽπŸšŽπŸšŽπŸšŽπŸš‚πŸšˆβœˆοΈπŸš‰πŸ›³β›΄πŸ›₯πŸ›³

Address

Addis Ababa Bole
Addis Ababa
ADDISABABAAROUND22

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Etell Trading posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Etell Trading:

Share