Chaltu Drivers Training Center

Chaltu Drivers Training  Center Chaltu Driving training center, Dhaabbata leenjii konkolaata Caaltuu , ጫልቱ የአሽከርካ?

Permanently closed.
26/08/2023

Watch, follow, and discover more trending content.

22/08/2023

Check out ነba Ja's post.

Ibsaa Tiraafikaa. Ibsaan dabrsa tirtaafikaa iddowwan daandii qaxxaamura Irratti konkolaattootaa fi  lafoo deemtoota kall...
06/03/2022

Ibsaa Tiraafikaa.
Ibsaan dabrsa tirtaafikaa iddowwan daandii qaxxaamura Irratti konkolaattootaa fi lafoo deemtoota kallattii adda addaa irraa dhufaa jiranii fi sirnaan tartiiba isaanii eeggatanii walbira darbuuf akka danda’amuuf ibsaa haalluu adda addaa qabaniin fayyadamuun ergaa dabarsuuf meeshaalee gargaaranii dha.
Ibsaan dabrsa tiraafikaa
Ibsaan kun bakka lamatti qoodamu.
isaanis:-
1. Ibsaa dabrsa lafoo deemtotaa
2. Ibsaa dabrsa Konkolaataa dha.
1.Ibsaa dabrsa lafoo deemtotaa
Ibsaan kun kan tajaajilu lafoo deemtotaafi dha.
Ibsaawwan kun fakkii namaa kan qabanidha.
Akkaataa ifa isaanitiin bakka lamatti qoodamu
Isaanis;-
➢ Ifa diimaa fi
➢ Ifa magariisaa dha.

➢ Ifti diimaan fakkii namaa qabu yommuu ifu lafoo deemtoni daandii akka qaxxaamuran kan dhorku dha.

➢ Ifa magariisaan fakkii namaa qabu yommu ifu lafoo deemtoni mallattoo sararaa isanif qophaa’e qofa fayyadamuun qaxxamuruu ni danda’u.

ዓለም አቀፍ  የትራፊክ ማስተልለፊያ  መብራቶችበመስቀለኛ ወይም በመገናኛ መንገዶች ላይ የትራፊክ እንቅስቃሴ ስርዓት እንዲኖር ለተላላፊዎች   በተለያዩ ቀለማት ባላቸው መብራቶች   መልዕክትን ...
06/03/2022

ዓለም አቀፍ የትራፊክ ማስተልለፊያ መብራቶች

በመስቀለኛ ወይም በመገናኛ መንገዶች ላይ የትራፊክ እንቅስቃሴ ስርዓት እንዲኖር ለተላላፊዎች በተለያዩ ቀለማት ባላቸው መብራቶች መልዕክትን የሚያስተላልፉ የትራፊክ መቆጣጠሪያ መሳሪያዎች ናቸው፡፡
ዓለም አቀፍ የትራፊክ ማስተልለፊያ መብራቶች
ዓለም አቀፍ የትራፊክ ማስተላለፊያ መብራት በሁለት ይከፈላሉ፡፡
እነሱም፡-
1. የእግረኛ ማስተላለፊያ የትራፊክ መብራቶች
2.የተሸከርካሪ ማስተላለፊያ የትራፊክ መብራት
1.የእግረኛ ማስተላለፊያ የትራፊክ መብራቶች
እነዚህ መብራቶች የሚያገለግሉት ለእግረኞች ሲሆን በውስጣቸው የሰው ምስልን ይይዛሉ፤
በአበራራቸውም በሁለት ይከፈላሉ፡፡
እነሱም፡-
➢ ቀይ መብራት፡- ቀይ የእግረኛ ምስል ያለበት
መብራት ሲበራ እግረኞች መንገድ እንዲያቋርጡ አይፈቀድላቸውም፡፡
➢ አረገጓዴ መብራት፡-አረንጓዴ የእግረኛ ምስል ያለበት መብራት ሲበራ እግረኞች ለመተላለፊያ በተሰመረ መስመር ውስጥ ብቻ እንዲያቋርጡ ይፈቀድላቸዋል፡፡

03/03/2022
26/02/2022
10/02/2022

🚶‍♂Jarsi umriin isaa Waggaa 70 tokko Dandii qaxxaamuraa otuu jiru konkolaataan 🚗 tokko barrisaa dhufe ciiiiiir jedhe fireenii qabe isa cinaatti dhabbatte. Konkolataan Jaarsa rukutu xiqqoof Rabbiin isa baase.
Intalti Konkolachisaa jirtu Bay'ee dallanteeti konkolaata irraa gad buute akkas jetteen...
"Isin Maaliif ijaan ilaala hin deemne?"
Jarsichiis:- "lakki intala koo dogogorri kankeeti bar jedheen".

Intallis:- na Dhaga'i Abbaa, Ani Konkolaachisuu irratti nama muxannoo waggaa 15 qabudha.........Jarsichiis yoo maal jedheen gaariidha sitti fakkaate

Na Dhaga'i intala koo, Anis Milaan deemu ergaan jalqabe Muxannoo waggaa 70 qaba.🚶‍♂

🚦Dursa Warra lafootiif haa kanninuudha, tasgaboofne haa Konkolaachisnuu.👮‍♂
Mee warri miila 🚶‍♂
Warri Gommaa 🚗

Address

16 Kebele
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chaltu Drivers Training Center posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category